KAAYYOOWWAN IJOO LEENJICHAA
Leenjii kana booda:
- Wal’aansa gargaarsa jalqabaa gosoota summii garagaraaf taasifaman ni raawwatu.
- Wal’aansa gargaarsa jalqabaa dhukkuba gaggabdoof kennamu ni raawwatu.
- Wal’aansa gargaarsa jalqabaa asmiin ukkaamfamuuf taasifaman ni raawwatu.
- Wal’aansa gargaarsa jalqabaa maloota hanga sukkaara dhiiga keessaa hir’isuu ni raawwatu.
- Wal’aansa gargaarsa jalqabaa tooftaalee alarjii cimaaf deebii kennamu ni raawwatu.
BARUMSI LEENJII KANA KEESSATTI HAMMATAME
KUTAA 1: GAGGABDOO/KIRKIRUU
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Maalummaa gaggabdoo/kirkiruu fi Sababoota isaa beekamoo
- Barannoo 2: Mallattoolee gaggabdoo fi mallattoo of eeggannoo
- Barannoo 3: Wal’aansa gargaarsa jalqabaa gaggabdoof taasifamu (2:04) (2:09)
- Barannoo 4: Gaggabdoo duraa fi booda dhimmoota ilaalcha keessa galuu qaban (1:35)
- Barannoo 5: Karaalee gargaarsaa sirrii hin taane barteedhaan taasifaman
KUTAA 2: SUMMAA’UU
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Maalummaa fi Mallattoolee Balaa Summaa’uu (0:52)
- Barannoo 2: Sababoota Summaa’uu
- Barannoo 3: Daandiilee summiin gara qaamolee hargansuu seenu
- Barannoo 4: Summiiwwan gara qaamolee hargansuu seenanif wal’aansa gargaarsa jalqabaa taasifamu (2:26)
- Barannoo 5: Wal’aansa gargaarsaa jalqabaa summii gara afaanin liqimsameef taasifamu (2:32)
- Barannoo 6: Wal’aansa gargaarsa jalqabaa dhugaatii alkooliin summaa’uuf taasifamuu (1:07)
- Barannoo 7: Wal’aansa gargaarsa jalqabaa summii karaa gogaa keenyaan galuuf taasifamuu (2:08)
- Barannoo 8: Qajeelfamota balaawwan summa’uuf hordofuu qabnu (1:29)
- Barannoo 9: Maloota ittisa summii (2:06)
- Barannoo 10: Tooftaawwan gargaarsaa baratamoo miidhamtoota summiitif hin gorfamne
KUTAA 3: ASMIIN UKKAAMFAMUU
Available in
days
days
after you enroll
- Barannoo 1: Hiikkaa weerara/ukkaamsa asmii
- Barannoo 2: Mallattoolee dhukkuba asmii cimaa
- Barannoo 3: Wal’aansa gargaarsa jalqabaa dhukkuba asmiif taasifamu (2:21)
- Barannoo 4: Akkaataa itti fayyadama Inhalerii (0:46)
- Barannoo 5: Sababa miidhaatiin mar’ummaan yeroo gara alaatti ba’u wantoota gochuu hin qabne
KUTAA 4: SADARKAAN SUKKAARA DHIIGAA GADI BU’UU
Available in
days
days
after you enroll
KUTAA 5: DEEBII ALARJII CIMAA/ ULFAATAA
Available in
days
days
after you enroll
GUDUUNFAA
Available in
days
days
after you enroll